Kora quuannoofi qorannoo Oromoo Jan 04, 2024, yaadimedianetwork
Korri quu annoofi qorannoo Oromoo magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa oduu kanaafi kanneen biroo hordofaa Akkam jirtan Nageenyi Badhaadhaa Bunaafi Nagaa hindhabinaa Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu Bunaafi Nagaa hindhabinaa jedhee waleebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, Maddi waan hundumaa yaada Yaadi Media Network jedhee lammataa Yezemenu Media jedha, Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwaniifi balballoomii wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta e kanneen biroo odeeffannoo gahaa argachuu hunda akka isin dhaqqabuu danda uufis subscribe erga gootanii booda All kan jedhu cuqaasaa Hojii kana meeshaa barbaachisaa guutee qulqullinaan jabeessee itti fufuu akkan danda uuf tumsa keessan taasisaa Deeg
|
|