Nov 29, 2023: Dhimma carraa hojii, araaraafi mana marii nagaa biyyaalessaa, yaadimedianetwork, news
Biiroon komunikeeshinii Oromiyaa(BKO)n dhimma carraa hojii uumuu irratti argannoosaa ifoomseera, qaamoleen dhimmi ilaallatus waa ee dhalootaaf carraa hojii uumuu irratti mari ataniiru, Baankiin Siinqee hojii carraa hojii uumuutiif tajaajila liqaatiif birrii biliyoona 5 akka qopheesse waan sadi OBN irraa fudhatame hordofaa. ,news, ethiopia Akkam jirtu Bunaafi Nagaa hindhabinaa Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu Bunaafi Nagaa hindhabinaa jedhee kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa ee biyyaafi Oromiyaa bal oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin chaanaalii lama hundumtuu yaada irraa ka a mitiiree Maddi waan hundaa yaadaa bar, Kanaafan Yaadi Media Network jedhee lammataa Yezemenu Media jedha, Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi
|
|