Oduufi Odeeffannoo Dec 21, 2023, yaadimedianetwork
Silashii Baqqala mariin marsaa 4ffaa dhimma hidha haaromsaa Magaalaa Finfinneetti adeemsifamaa ture bu aa malee akka xumurame ejjennoo bara koloneeffannoo waan qabatteef waliigaluun hindanda amne oduu kanaafi kanneen biroo Waa Mara irraa hordofaa Maddi: OBN Sagalee Ummataa Akkam jirtu Bunaafi Nagaa hindhabinaa Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu Bunaafi Nagaa hindhabinaa jedhee waleebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa ee biyyaafi Oromiyaa bal oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin Chaanaalii lama bane. Wanti hundumtuu yaada irraa ka a mitiiree Maddi waan hundaa yaadaa bar, Kanaafan Yaadi Media Network jedhee lammataa Yezemenu Media jedha, Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiy
|
|