Oduufi Odeeffannoowwan Haraa Dec 03, 2023, news, daily, breakingnews, ethiopia, ethiopianews
Itiyoophiyaan hojiiwwan milkaa aa gama Wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetaa jirturratti muxannoo horatte akka qoodde Ministirri Ministeera Qonnaa Dr. Girmaa Amantee himaniiru, bal ina oduu kanaafi kanneen biroo hordofaa, news, daily, ethiopia Akkam jirtu Bunaafi Nagaa hindhabinaa Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu Bunaafi Nagaa hindhabinaa jedhee kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, hincallisinaa tumsuun yoo hirmaattan waa ee biyyaafi Oromiyaa bal oo irratti dhimmoota adda addaa irratti odeeffannoo guutuu qabadheen Afaan Oromoofi Amaaraatiin chaanaalii lama hundumtuu yaada irraa ka a mitiiree Maddi waan hundaa yaadaa bar, Kanaafan Yaadi Media Network jedhee lammataa Yezemenu Media jedha, Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwan wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hin
|