Waliigaltee diinni ittiin rome Jan 02, 2024, yaadimedianetwork
Biiroon komunikeeshinii Oromiyaa seenessa waloo ilaalchisuun ibsa baaseera, diinni ammoo sababa waliigaltee mallatteeffameetiin akka malee raafamaa jira Akkam jirtu Bunaafi Nagaa hindhabinaa Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu Bunaafi Nagaa hindhabinaa jedhee waleebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa, Maddi waan hundaa yaadaa bar, Kanaafan Yaadi Media Network jedhee lammataa Yezemenu Media jedha, Chaanaalii kana irrattis dhimma Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwan wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta e kanneen biroo odeeffannoo gahaa argachuu hunda akka isin dhaqqabuu danda uufis subscribe erga gootanii booda All kan jedhu cuqaasaa Yaada ijaarsaa kennitaniif Imeelii armaan gadii kana fayyadamaa Email:
|
|